Numbers 23:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni deebie, Balaki ka jaarole Moabu woliini sorio gubani taani bira eju arge. Balakini waan AABBO Waaqi isaani jed'e gaafate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo inni gara isaa deebi'u Baalaaq bulchoota worra Moo'aabii woliin hulee ciinca'aa bira dhaabatanii turan; Baalaaq Bala'aamiin, «Wonti Rabbi sitti dubbate maali'i?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni deebi'ee, qondaaltota Mo'aabii woliin ciincaa ifii bira dhaabbatuun isa dhagge. Balaaqi, «Mootiin Waan Maraa maan jedhe?» jedhee Bala'aam gaafate.