Numbers 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi namaaniti, ka kiyyibu; inni namaaniti ka qalbi jijiratu inni waan jed'e inguutu? Waan dubbate intolchu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka namaa hin sobu; akka namaa yaada ufii hin jijjiiratu; inni waan ufii jedhe hin godhuu? waan ufii jedhe hin raawwatuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ilma namaatii motii, inni hin hollu; yookiin akka namaa yaada ifii hin jijjiiratu. Inni waadaa gale hin muummessa; waan dubbatelle hin guuta.