Numbers 23:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balakini waan Balamuni tolchi jed'eeni tolche, isaafi Balamuni; fulla sorio irati qalani taani torbaani irati koromi loonitifi elemiye taani, toko tokooni, sorio baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalaaqillee akkuma Bala'aam isaan jedhe godhe; Baalaaqii fi Bala'aam hulee ciinca'aa irratti jibicha tokkoo fi korbeessa hoola'aa tokko ciincessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaaqi akkuma Bala'aam jedhe godhe; Balaaqii fi Bala'aamille addee ciinca'aa tokko tokko irrattuu korma tokkoo fi korbeessa hoole'ee tokko ciinca'aaf dhikeessane.