Numbers 23:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu Eebisi naani jed'ani, eegi Waaqi eebise anini dandae garaingalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan eebbisu'uuf ajaja Rabbiin irraa fudheera; Inni waan isaan eebbiseef ani deebisuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani eebbisiisaaf ajajameera; inni eebbiseera; ani eebba isaa jijjiiree hin dande'u.