Numbers 23:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni anini arge worri Yakobo d'ipu inqabu, worri Israeli gaargala inargatu. AABBO Waaqi worraa worra woliini jira, worri hayyu keenna isaani jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Yaaqoobiin irratti waan badaa hin argine; Israa'eliin irrattillee daba hin argine; Rabbi Waandhi isaa isa woliin jira; Rabbi mootii isaanii akka ta'e hin himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Yaaqoobii keessatti wonni hantuun, Israa'el keessatti rakkoon hin dhagganne. Mootiin Waan Maraa, Waaqi isaan woliin jira; isaan mootii ifii leellisan.