Numbers 23:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ya worra lafa Misiri keesaa baase, inni aka gafarsa worraa kalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi biyya Misiriitii isaan baaseera; inni akka gafarsaatitti isaanii lola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi biyya Gibxi'iitii isaan baase; inni isaaniif akka gaafa gafarsaa ti.