Numbers 23:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Israeli aka janna nyeench'a jirti: Isiini haga gargari tatarsaafte nyaate hobaafte waan ijeefte ch'ufa d'iiga d'uduti gadi inch'iiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii akka leenca dhala'aatitti dhaabata; haga waan dhadhoole ajjeesee dhiiga dhugee foon isaa nyaatutti deebi'ee hin ciifneeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii akka neenqa dhala'aa ol kaati; isaan akka neenqa waan adansee qabate haga nyaatutti, dhiigalle haga unutti ciisa dhabee ol ka'uu ti» jedhe.