Numbers 23:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Balakini waan Balamuni jed'e, Atini ya worra Israeli abaaru didde, ammo yo sule dad'abde ini eebisinifi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Baalaaq Bala'aamiin, «Sirima isaan hin eebbisin; hin abaarinille'e» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Balaaqi, Bala'aamiin, «Ati isaan eega hin abaarin hin eebbisinille'e!» jedhe.