Numbers 23:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Balamuni waan jed'eeni, Anini qara siti inhimne aka waan AABBO Waaqi nani jed'e ch'alla tolchu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam deebisee Baalaaqiin, «Waan Rabbi natti dubbate maraa hin dubbadha jedhee sitti hin himnee?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam deebisee Balaaqiin, «Ani waan Mootiin Waan Maraa jedhe qofa akka godhu, sitti himee hin jiruu?» jedhe.