Numbers 23:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balakini waan jed'eeni, Na woliini kooti, fulla d'ibi si geesa. Hegeri Waaqi achiti ee jed'afa, aka atini worra falfalte naraa abaartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalaaq Bala'aamiin «Koottu hulee biraa si fidaa maal laataa achitti akka ati isaan naa abaartu Rabbi hin jaalataa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Balaaqi, Bala'aamiin, «Amma addee dhibii si geessaa koy; achi dhaabbattee akka ati isaan naaf abaartu Waaqi hin jaalata fa te'a» jedhe.