Numbers 23:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni Balamu fiit'e gaara Piori guba, ka lafti aloo jalaa mullatu, geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Baalaaq Bala'aamiin gara raasaa Faagooriin gubba'aa mudhatuu fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Balaaqi, Bala'aam gara qaccee gaara Phe'orii ka irra dhaabbatanee lafa goomole'ee dhagganu geesse.