Numbers 23:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Balamuni waan Balakini jed'e, Atini arma fulla sorio gubani tana eji, duuba anini deeme, aka AABBO Waaqi nati d'ufu laale, deebie waan inni na garsiise siti hima. Duuba inni koba ufi iti d'aabate fiit'e gaara kore,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Bala'aam Baalaaqiin, «Ati hulee ciinca'aa kana biratti na eegi; ani deemee maal laataa waan Rabbi natti hime deebi'ee sitti himaa» jedheenii gara gooddaa ol baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bala'aam, Balaaqiin, «Ani yennaa achi deemu, ati ciincaa keeti ka gubamu bira as turi; akka wotoo Mootiin Waan Maraa natti mudhatiisaaf hin dhufa fa te'a. Waan inni natti mudhisu mara ani sitti hin hima» jedhe. Maarre inni gara kooba godduu takkaa dhaqe.