Numbers 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi achiti iti d'ufe. Jennaani Balamuni waan Waaqaani jed'e, Anini yayu fulla sorio irati qalani torba mid'aase, ch'ufa kormafi elemiye, toko tokooni irati baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee gara Bala'aamii dhufe; Bala'aam Rabbiin, «Hulee ciinca'aa torba qopheessee maraa irrattuu jibicha tokkoo fi korbeessa hoola'aa tokko ciincaa dhiyeesse» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqille Bala'aamitti mudhate; Bala'aamille isaan, «Ani addee ciinca'aa torba qopheessee, tokko tokkooyyuu irratti korma tokkoo fi korbeessa hoole'ee tokko dhikeesseera» jedhe.