Numbers 23:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Balamuni Balakini jechu male iti hime, Beeni deebii, iti himi jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jecha Bala'aam dubbachuu isa barbaachisu haga isatti kenneen maayessa garas deebi'ee akka deemu itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan Bala'aam dubbatu afaan keessa keyeefii, «Gara Balaaqii deebi'iitii ergaa tana itti himi» jedheen.