Numbers 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balamuni fage waan jed'e: Balakini, hayyuuni Moabu, lafa Aramu gara gareeni ilaboruti na yaame kooti, naa dubbad'u, Yakobo falfali, worra Israeli naraa abaari, nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam akkana jedhee raage, «Mootiin worra Moo'aabii Baalaaq Sooriyaa gara gaarran baya biiftu'uu jiranii na fide. innillee, ‹Koottuu raaga dubbadhuutii banii Israa'elii balleessi; isaan akka badaniif naa abaari› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bala'aam raagee, «Mootiin Mo'aabii Balaaqi gaarota gara aduun baatuu irraa biyya Aaramii na fidee, Balaaqi, ‹Koyiitii, kolbaa Yaaqoobii naa abaari; koyiitii, kolbaa Israa'elii badin!› jedhe.