Numbers 23:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan Waaqi infalfalini eesa dandae falfala, yokhaani waan AABBO Waaqi inabaarini eesa dandae abaara?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbi hin abaarre ani attamitti abaara? Ka Rabbi hin jibbine ani attamitti jibba?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Waaqi hin abaarin ani attam abaara? Ka Mootiin Waan maraa hin badinin ani attam badina?