Numbers 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fiit'e gaara gubba anini worra arge; kubilele iraa worra doofad'e. Worri gosa koba godaantu, ta herega gosa d'ibi keesa injirre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan hulee ol fagaatu irra dhaabadhee arga'aara; gaara irra dhaabadhee isaan laala'aara; isaan banii ufumaan uf bulchu; isaan banii biraa irraa akka adda ta'an uf beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gaara rassa'aa irraa isaan dhagga; kooba irraa isaan ilaala; isaan kolbaa qofuu leetu, ta gosa biyya adda addaalle'etti ifi hin laakkonne dhagga!