Numbers 24:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma Balamuni aka AABBO Waaqi isaa, gumi Israeli eebisu fed'u ya beekhe, tanaafi inni deeme, akheekha woini himani ka aka qara kaani barbaadu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aamillee akka Rabbi Israa'eliin eebbisuu barbaadu haga arge mita duraan hojjatu san soqu'uuf hin deemne; garuu gara lafa gammoojji'ii deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam Israa'eloota eebbisuun Mootii Waan Maraa akka gammachiitte yennaa dhagge, inni fuula ifii gara goomole'ee deebifate malee, akka yennaa dhibi'ii waan ittiin moru barbaadatiisa hin dhandhe.