Numbers 24:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma armaa deemi, worra keetiti gali! Anini qara waan guddo sii kennu fed'e, ammo AABBO Waaqi ya si d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gara hulee dhuftee deebi'i; ani si kabajjuu fedhee ture; Rabbi ammo ulfinna si dhooggate» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ariifadhuu gara mana keetii deemi! Ani silaa, ‹Gatii dansaa si'iif hin kaffala› jedheeraayyu. Mootiin Waan Maraa ammoo gatii dhaggatiisa si dhoogge» jedhe.