Numbers 24:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balamuni waan jed'eeni, Anini qara ergattu teeti inhimee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam Baalaaqiin «Uduu Baalaaq birri'ii fi worqii mana isaa guute naa kennelle'ee waan badaa yookaan waan mishaa godhu'uuf jecha Rabbii diiguu hin danda'u; ‹waan Rabbi dubbate san dubbadha› jedhee worra natti ergitetti hin himnee?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aamille deebisee, Balaaqiin, «Ani ergantoota teeti ta ati natti ergitetti himee,