Numbers 24:13 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ato atini qarsifi worqi mana kanke keesa jirtule ch'ufa naa kennitele anini dandae dubbi Waaqa dabre, mata kiyyaani woma intolchine. Anini woma AABBO Waaqi jed'i nani jed'u ch'alla jed'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Balaaqi mana ifii ka mootumma'aa ka meeti'ii fi worqi'iin guutame san yoo naaf kennelle, waan Mootiin Waan Maraa natti dubbate qofa dubbadha male, jecha isaa irra dabaree, fedha kiyyaan waan dansaa yookiin waan badduu godhiisaaf hin dande'u› hin jenneeyyuu?