Numbers 24:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni dubbi tana fage waan jed'e: Tunini dubbuma Balamu ilma Beori, dubbi nama waan ch'ufa aka dansaa argu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana jedhee mammaaka itti mammaake; «Ilmi Bi'oorii Bala'aam, ka ijji isaa banamteef akkana jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergaa dubbatee, «Ergaan Bala'aamii ilma Be'orii, ergaan nama ilti isaa banantee,