Numbers 24:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka waan Waaqi jed'u d'agaye. Beekhuma Waaqa gudda iraa bahe argate. Anini millu tokooni daayya Waaqa gudda iraa d'ufte arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dubbii Rabbii dhagawu ka Rabbii beekumsaan waa maraa ol ta'e beeku ka mudhata Rabbii waa maraa danda'uu argu ka Rabbiin afo'otti kufee ijji isaa banamteef akkana jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan nama jecha Waaqaa dhage'uu, ka beekkumsa Ol Aana'aa qabuu, ka mudhii ka waan mara dande'uu dhagguu, ka isa duratti gad jigeeruun, ilti isaa banantee kana: