Numbers 24:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan taka tana laale gosa Israeli arga. Hayyu bakalcha fakaatuti gosa Yakobo keesa bahe, aka urji deemtu Israeli keesaa d'ufa. Inni worra Moabu gugurda d'ae, worra Sethi ch'ufa d'aana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arga'aara garuu ammaa miti; laala'aara garuu dhiyo'oo miti; Yaaqoobiin keessaan bakkalchatu baya; Israa'eliin keessaa ulee mootumma'aatitu baya; daangaa worra Moo'aabii, hortee worra Seeti'ii maraa hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani isa dhagga, ammoo ammaa moti; ani isa ilaala, ammoo dhiko'ottii moti. Bakalchi Yaaqoob keessaa hin baya; Israa'el keessaa uleen bokkuu mootumma'aa hin ka'a. Sooreyyii worra Mo'aabii hin butucha; buqqii mataa ilmaan Sheetii mara hin caccassa.