Numbers 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni worra d'id'ite worra eegeti hafele hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Yaaqoobiin keessaa bawu bulchaa isaanii ta'a; worra qachaa isaanii irraa hafan garuu hin balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Yaaqoobii keessaa bulchaan tokko hin dhufa; worra qachaa guddicha keessatti hafelle hin balleessa» jedhe.