Numbers 24:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gara lafa aloo millate; gosa Israeli ta gosa gosani qubattu arge. Lubbuuni Waaqaa isa fuute,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bala'aam ol jedhee yoo laalu worri Israa'elii akka gosa gosaan taa'eeru arge; Hafuurri Rabbiillee waan isatti dhufeef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bala'aam ol ilaalee, worri Israa'elii gosa gosaan qubataneeranuun yennaa dhagge, Ayyaanni Waaqaa isa irratti bu'ee,