Numbers 24:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani daayya ufi keesa Balamuni worra Amaleki arge waan jed'e: Amalekini qara gosa ch'ufa ira jabdu, ammo amma muummeeni worraa baddi taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Bala'aam worra Amaaleqii argee akkana jedhee itti raage; «Worri Amaaleqii bulchaa worra ormaa ture; garuu dhumti isaanii hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Bala'aam gara worra Amaaleqii ilaalee, ergaa ifii dubbatee, «Gosa biyya adda addaa oddu'utti worri Amaaleqii ka qaraa te'ee ture, muummeen isaanii ammoo badii bara baraa ti» jedhe.

Recommended Reading