Numbers 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dubbi tana fage waan jed'e: Tunini dubbuma Balamu, ilma Beori, dubbi nama waan ch'ufa aka dansaa arge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana jedhee Bala'aam Baalaaqitti mammaake, «Ilmi Bi'oorii Bala'aam, ka ijji isaa banamteef akkana jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ergaa dubbattee, «Ergaan Bala'aamii ilma Be'orii, ergaan nama ilti isaa banantee,