Numbers 24:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Waaqi jed'e d'agayuti. Anini millu tokooni daayya Waaqa iraa d'ufte arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dubbii Rabbii dhagawu, ka mudhata Rabbii waan maraa danda'uu argu ka Rabbiin afo'otti kufee ijji isaa banamteef akkana jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ergaan nama jecha Waaqaa dhage'uu, ka mudhii ka waan mara dande'uu dhagguu, ka isa duratti gad jigeeruun, ilti isaa banantee kana: