Numbers 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka meet'ii woli gula d'ad'abani yokhaani oobru d'aatu galaana, aka mukha qumbi, ka AABBO Waaqi oobre, yokhaani aka hind'eesa bisaani d'aatuti bahe fakaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka dhooqa diriiranii akka biqiltuu daangaa lagaa, akka muka qumbi'ii akka birbirsa afaan lagaatitti babadhateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan akka meexxii banqaaxxuu, akka oorruu bisaan biraa ti; isaan akka hargiisa Mootiin Waan Maraa dhaabee ti; isaan akka hindheensa bisaan biraa ti.