Numbers 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri bokaya haga inqamne argate, lafa bisaani quufte keesati mid'aani oobrata. Hayyuuni worraa Agagi ira gudda, lafti inni fidu guddo taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waabaawwan isaanii keessaa bisaan jiga; sanyiin isaanii hennaa maraa rooba hin dhabu; mootiin isaaniillee Agaagiin caala; mootummaan isaaniillee kabajjama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sakkeelloo isaanii keessaa bisaan hin yaa'a; sanyiin midhaan isaanii bisaan guddaa hin dhaggatti. «Mootiin isaanii mootii Agaagii hin caala; mootummaan isaaniille hin leellifanti.