Numbers 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi lafa Misiri keesaa worra baase; inni aka kotte gafarsa worraa kalche, worri nyaapa ufi fit'e hobaase, lafe isaani ch'ach'abse, t'iya worra bulleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi biyya Misiriitii isa baase; Rabbi akka gafarsaatitti isaanii lola; banii isaaniin lolullee dhayee lafee isaanii caccabsa; woraana ufiitiin isaan woraana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqi biyya Gibxi'iitii isaan baase, inni isaaniif akka gaafa gafarsaa ti. Inni gosa biyya adda addaa diinota isaanii hin kukkuta; lafee isaaniille hin butucha; daaya ifiitiin woraanee isaan fullaasa.