Numbers 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri janna nyeench'a ka wa gaadu fakaata; hojja inni rafu eentu dandae kaasa? Nama Israeli eebisu ineebisanifi, ka abaaru inabaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kun akka leenca korma'aatii fi akka leenca dhala'aa ripheera; eentu uggee isa kaasa? ka si eebbisu maruu haa eebbifamu; ka si abaaru maruu ka abaarame haa ta'u»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan irkatanee, akka neenqa dhala'aatii fi neenqa kormaa gad ciisane; isaan kaasiisaaf ka itti guulu eennu? «Worri si eebbisu eebbifamuu ti! Worri si abaaru abaaramuu ti!» jedhe.