Numbers 25:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finehasini dallansu anini qara worra Israeliti dallane yayu naraa balleese: Wonti akanatiifi inni yayu aka na lakisani waaqa d'ibi yaamatani obsu dide, sunifi anini dallansu tiyya keesa worra balleesu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilmi El'aazaarii ka gadicha Aaroonii Finihaas isaan keessaa waan kiyyaaf waan hinaafeef lola kiyya ijoollee Israa'elii irraa deebise; Ani ijoollee Israa'elii hinaaffaa kiyyaan hin balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'elii keessaa akaakoon Aaronii hayyichaa, ilmi Ele'azaarii Fiinehaas marroo tiyyaaf waan hinaafeef, ani hinaaffaa tiyyaan akka isaan hin fixanneef, mufii tiyya isaan irraa deebiseera.