Numbers 25:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Siifi ilmaani tante haguma jirtani ch'ufa qaalole tiyya taatani, waan atini nama waaqa d'ibi na biraani kad'atu obsu dad'abde, akasiini araarsa worra Israeliti d'ufteeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan Rabbii ufiitii hinaafee ijoollee Israa'eliitii araarseef; isaa fi fiixaa isaa ka isaan maayessaatii waadaa gadumma'aa ka bara baraatitu isaanii ta'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ana Waaqa ifiitiif waan hinaafeef, kolbaa Israa'eliitiifille gumaa cubbu'uu waan kenneef, Gondooroon hayyummaa bara baraa isaaf, isaan duuballe sanyii isaatiif hin teeti» jedhe.