Numbers 25:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Musani jed'e, Jaarole Israeli ch'ufa fuud'i, na durati guyya guddaani fafannisi. Duuba anini deebie gumi tanati indallanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Hammeenni lola Rabbii banii Israa'elii irraa akka deebi'u bulchoota bani'ii maraa fuudhii aduu guddiftee baate keessatti Rabbiin afo'otti isaan fannisi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Aariin tiyya guddoon Israa'eloota irraa akka deebitu, ati sooreyyii kolbaa tanaa mara fuudhiitii, ila guyya'aatiin fuula kiyya duratti fannisi» jedhe.