Numbers 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan worra jaallaba Israelitini jed'e, Isani nami ch'ufti nama d'iira ka gosa teesani ka Baali Peori yaamatu ha ijeesuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen abboota murti'ii ka worra Israa'eliitiin, «Isin martinuu namoota keessan ka Bi'eel Feegooritti bulu ajjeesaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen abbootii mura'aa ta Israa'elootaatiin, «Tokko tokkoon keessan nama keessan ka Ba'aal Phe'or waaqonfatiisa jalqabe ijjeesa'a» jedhe.