Numbers 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finehasini ilmi Eleazari, ka akhaakhu qaallu Haruni, waan suni arginaani kae gumi keesaa bahe, woraana fud'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi gadicha Aaroonii Finihaas ilmi El'aazaarii haga waan kana arge banii jiddu'uu ka'ee eboo harkatti qabatee nama worra Israa'elii san duukaa daasee wol gayi'ii keessa seene; eboo fudhatee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akaakoon Aaronii hayyichaa, ilmi Ele'azaarii Fiinehaas yennaa tana dhagge, ka'ee wolde'a keessaa bayee, eboo fudhatee,