Numbers 25:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
namichafi niiti suni, ka waaro ke jirani, iti olseene wolirati woworaane worra lachu ijeese. Akanaani ch'iisi hamani sila worra Israeli balleese ejate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
nama Israa'elii sanii fi intalattii san isaan lamaanuu garaa keessa woraane; akka kanaan balaan sun worra Israa'elii irraa dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
namicha Israa'elicha gula gara dunkaani'ii seenee, eboo darbatee, namichaa fi dubartittiille woraanee isaan lamaanuu wolitti fullaase. Achiin duuba balaan kolbaa Israa'elii irraa dhaabbate.