Numbers 26:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi lafti ch'ite worra liqimsite, worri Korafi worra goli isaa, gaafa ibidi nama 250 hobaase kaani woliini hobaani; worri gorsa gumii tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gofti sun dhuman worra Qore'ee woliin lafti afaan bantee isaan liqimsite; hennaa san ibiddi namoota dhibba lamaa fi shantamaa gubee fixe; ijoolleen Qore'ee hin duune kun malkata isaanii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti banantee Qoraahi woliin isaan liqinsite; goliin Qoraahii yennaa ibiddi bu'ee namoota dhibba lamaa fi shantama fixe san dhumatane. Isaan beessisa ifi eeggachiisaa te'ane.