Numbers 26:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Yuda: Balbalti worraa, Shela, Peresi, Zira, Hesroni, Hamuli. (Ilmaani Yuda nami lama Erifi, Onaniini, lafa kanaani keesati duani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aa Eerna'aa fi Awunaan; Eernaanii fi Awunaan biyya Kana'aaiititti du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Yihuda'aa Erii fi Onaan; isaan ammoo lafa Kana'aanii keessatti du'ane.