Numbers 26:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli, mana worra isaani gula heda, nama d'iira ka ganna diddamati oli, ka duula d'aqu dandau ch'ufa maqa t'aafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namoota woggaa diddamaatii fi ka achii olii akka hortee mana abboota isaaniitiin banii Israa'elii keessaa dhiira lolaaf bawu laakkayaa'a» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wolde'a kolbaa Israa'elii duudii keessaa namoota woggaa diddamaatii fi diddamaa olii, ka dhaqanee loluu dande'anu mara, akka maatii maatii isaaniititti laakkowa'a» jedhe.