Numbers 26:20 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aa akka gosa isaaniitiin worra Seelo'oo keessaa gosa Seelotaa; ijoollee Faaresii keessaa gosa Faareesotaa, ijoollee Zaara'aa keessaa gosa Zaara'aa
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Yihuda'aa akka fira fira isaaniititti: Shela, abbaa fira Shelootaa ti; Faares, abbaa fira Faaresootaa ti; Zaara, abbaa fira Zaarotaa ti;