Numbers 26:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Manase: Makiri ilmi Manase abba Gileadi, duuba balbalti gosa tana ch'ufti Gileadi iraa baate:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Minaase'ee Maakir irraa gosa worra Maakiriiti; Maakir Gala'aadiin uumate, Gala'aad gosa Gala'aadii hore.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Minaase'ee: Maakiir, abbaa fira Maakiirotaa ti; Maakiir abbaa Giil'aadii ti. Giil'aad, abbaa fira Giil'aadotaa ti.