Numbers 26:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Selofahadini ilmi Efari ilmaani d'iira ind'alle, ta dubra male: maqaani dubra suni kana, Mala, Noa, Hogla, Milka, Tirsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ilmi Ofeerii Salaaphaad; Ofeer ijoollee intalaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu; maqaan ijoollee intalaa ta Salaaphaadii Maalilaa, Nu'aa, Eegilaa, Milka'aa fi Tirsa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zelofehaad ilmi Heferii ijoollee durraa malee, ilmaan dhiiraa hin qabuuyyu; maqaan ijoollee durraa Zelofehaad, Maahilaa, No'aa, Hoglaa, Miilka'aa fi Tiirza'a.