Numbers 26:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti tunini ch'ufti wolti nama 32,500 qabdi. Tunini balbala Yusufu iraa baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti kunniin gosa ijoollee Efreemiiti; isaan keessaallee worri laakkayaman namoota kuma soddomii lamaa fi dhibba shan turan; Gofti ijoollee Yooseefii kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
firri sanyii Efreemii kun laakkowamanee, dhiirti kuma soddomii lamaa fi dhibba shan teete. Isaan kun akka fira fira isaaniititti sanyii Yoseefii ti.