Numbers 26:4 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma Rabbi Muusee ajaje ijoollee Israa'elii ta biyya Misiriitii baate namoota woggaa diddamaatii fi ka achii olii banii laakkayaa'a» jedhanii isaanitti himan. Baniin Israa'elii worri biyya Misiriitii bayan kanniin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti, dhiira woggaa diddamaatii fi diddamaa olii laakkowama'a» jedhane. Worri Israa'elootaa ka biyya Gibxi'iitii bayane ka asii gad jiranu: