Numbers 26:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti tunini ch'ufti wolti nama 45,600 qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Biiniyaamii akka gosa isaaniitiin kanniin; isaan keessaallee worri laakkayaman namoota kuma afurtamii shanii fi dhibba jaha turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Firri sanyii Beniyaaminii akka fira fira isaaniititti laakkowamanee, dhiirti kuma afurtamii shanii fi dhibba jaa teete.