Numbers 26:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Dani: Balbalti worraa Shuhamu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gosa isaaniitiin ijoolleen Daanii kanniin; Sami'ee irraa gosa Sami'ee akka gosa isaaniitiin gofti Daanii kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Daanii akka fira fira isaaniititti: Shuhaam, abbaa fira Shuhaamotaa ti; firri sanyii Daanii isaan kana.