Numbers 26:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Asheri: Balbalti worraa Imna, Ishui, Beria.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Aseerii akka gosa isaaniitiin Yeeminaa irraa gosa Yeemina'aa, Yasuwaa irraa gosa Yasuwa'aa, Bari'aa irraa gosa Bari'a'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Asheerii akka fira fira isaaniititti: Yiimnaa, abbaa fira Yiimnotaa ti; Yiishiwi abbaa fira Yiishiwootaa ti; Berii'a, abbaa fira Beriyootaa ti;